1 Samuel 18:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni aka AABBO Waaqi Daudi woliini jiru arge, ammalle aka intalti isaa Mikalini isa jaalatule arginaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol akka Rabbi Daawitiin woliin jiru arge; worri Israa'elii maruu hin jaalataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu Saa'ol akka Mootiin Waan Maraa Daawiti woliin jiru dhaggee yennaa beeke, intalti isaa Mikaalille akka isa jaalatte yennaa hubate,