1 Samuel 18:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartini worra Filisti akuma qara kaani worra Israelitini wolhaati, ammo hojja woli had'ani suni ch'ufa Daudini askarti Saulo taani ch'ufa ira worra balleese. Akanaani guddo beekhame gurra baafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni Filisxeemii hennaa maraa dhufa'aa lola'aa turan; garuu hennaa lolaa maraa ajajoota loltootaa ka Saa'olii caalaa Daawititu irra mooyata ture; sababaa kanaaf Daawiti guddisee nama gurra dhagayate ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ajajjooti loltoota Filisxeemotaa akkuma qaraa lolaaf bayanee dhufane; Daawitille tajaajiltoota Saa'olii mara caalaa milkii dhaggatee maqaan isaa beekkame.