1 Samuel 18:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni sirba kana d'ageennaani guddo dallane waan jed'e, Daudini nama kunki kud'ani ijeese jed'ani, ammo Sauloni nama kunki ch'alla ijeese jed'ani! amma hayyu tolchiti male maanti hafefi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'oliin garuu wonti kun waan guddisee isa aarseef, «Daawitii kumaatama, anaa garuu kuma kennan mootummaa kiyya malee maaltu isa hafe!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin tun Saa'ol waan hin gammachiisiniif guddoo aare; inni, «Daawitiif kuma kudhan hedduu, naaf ammoo kuma hedduu qofa laakkowane; mootummaa fudhatiisa malee maanti isaaf hafe ree?» jedhe.