1 Samuel 19:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni ilma isa Yonathanifi hojattu isa ch'ufa wolti yaame waan jed'e, Anini Daudi ijeesu fed'a. Ammo Yonathanini guddo Daudi jaalata,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol Daawitiin ajjeesaa jedhee ilma ufii Yoonaata'aa fi garboota ufii marattuu hime; Yoonaataan garuu Daawitiin guddisee jaalata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti akka ijjeesanuuf Saa'ol ilma ifii Yonaataanii fi tajaajiltoota ifii maratti hime; ilmi Saa'olii Yonaataan garuu guddoo Daawiti jaalataayyu.