1 Samuel 19:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sauloni nama mana Daudi eegu erge, aka boriyyaate isa ijeesu, ammo niitiini isaa Mikalini waan jetteeni yo atini halkani kana imbaqatini bori indoota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol namoota Daawitiin halkan eeganii bariisaa ajjeesan gara mana Daawitii erge; haati manaa Daawitii Milkool Daawitiin, «Yoo edana dhokachuu baatte boru hin duuta» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol mana Daawitii marsanee ganama akka isa ijjeesanuuf namoota erge; haati manaa ta Daawitii Mikaal ammoo, «Lubbuu teeti hamburatiisaaf edana yoo hin baqatin, boru hin ijjeefanta» jettee itti hinte.