1 Samuel 19:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Sauloni erge kaani Daudi qabu d'ufe jennaani Mikalini, inni fayyaniti jetteeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitiin qabsiisu'uuf Saa'ol hennaa namoota itti erge haati manaa isaa Milkool garuu hin dhukkuba jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti akka qabanuuf Saa'ol namoota yennaa erge, Mikaal, «Inni dhibameera» jette.