1 Samuel 19:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Sauloni worra keesa deebise waan jed'eeni, Isani iluma teesaniini isa arga, sire isaa woliini baad'a, kootaani inijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol garuu namoota uf irra deebisee «Anuu hin ajjeesaa siree woliin fuudha'aa as fidaa'a» jedhee isaan erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saa'ol namooti dhaqanee akka Daawiti ilaalanuuf ergeen, «Ani isa akka ijjeesuuf taqee isaa woliin isa gara kiyya fida'a» jedhe.