1 Samuel 19:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni waan Mikalini jed'e, Atini maanifi akana na sobde nyaapa kiyya baqachifte. Isiini waan jetteeni, isati, yo atini na gad'iisu baate si ijeesa nani jed'e, jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol Milkooliin, «Maaf na sobdee diinni kiyya akka baqatu goote?» isi'iin jedhe; Milkool ammo «Isatu yoo ati ana baasuu dhabaatte si ajjeesa» naan jedhe jettee deebifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol Mikaaliin, «Ati maaf na soddee diinni kiyya miliqee akka deemu goote?» jedhe. Mikaalille, «Isattuu, ‹Yoo ati akka ani miliqu na hin qarqaarin ani si ijjeesa› naan jedhe» jettee deebitte.