1 Samuel 19:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni akasi d'agaye jennaani nama d'ibile erge, worri sunileeni akasuma lalabe sirbe. Inni maro sadeesole nama erge worri suleeni akasuma tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii kana Saa'olitti himnaan Saa'ol namoota biraa erge; isaanillee raaga dubbatan; Saa'ol ammallee hennaa sadeesso'ootiif namoota biraa ka dhaamsa geessan erge; isaanillee raaga dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kana Saa'olitti yennaa himane, inni namoota dhibii erge; isaanille raaga dubbatane. Saa'ol ammalle yennaa sadeesso'oo namoota erge; isaanille raaga dubbatane.