1 Samuel 19:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege innileeni kae deeme, Ramati iti d'aabate. Eela gudda toko ka Deku jed'ani geennaani Samuelifi Daudi odeefate, jennaani Nayothi jira jed'aniini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol aaree achiin maayessa ufumaa gara biyya Raamaa boolla guddaa ka bisaan Seekuu keessa jiruu bira dhaqee «Saamu'eelii fi Daawiti eessa jiran?» jedhee gaafate; namni tokko isaan Raamaa keessa Naayootiin jiran jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni ifumaaf gara biyya Raama'aa dhaqee, baleessa bisaanii guddicha Seeku keessa jiru bira yennaa geye, «Saamu'elii fi Daawiti eessa jiran?» jedhee gaafate. Nami tokko, «Isaan biyya Raama'aa Naayot keessa jiran» jedhe.