1 Samuel 19:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yonathanini dansuma Daudi Sauloti haasae waan jed'eeni, AABBO, hojattu tante Daudi waan hamtu intolchini, wonti inni tolche ch'ufti guddo si qarqaarte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaataan waan Daawitii galatoonfata'aa Saa'oliin akkana jedhe «Mootii kiyya! Daawiti garbichi kee waan mishaa sii hojjate malee si hin yakkine; atillee isa hin miidhin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yonaataan marroo Daawitii waan dansaa dubbatee abbaa ifii Saa'oliin, «Ee, mooti'i! Tajaajilaan keeti waan guddoo dansaa te'e si'iif huje malee, si hin yakkine; tanaaf isa hin yakkin.