1 Samuel 19:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko ato Sauloni mana isa keesa tau, ka inni woraana harkaa qabu, ato Daudini tae kiraari d'au jinnini AABBO Waaqi erge taani isa ira buute,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa tokko hafuurri hamaan Rabbiin biraa gara Saa'olii dhufe; yoo san Saa'ol eboo qabatee mana ufii keessa taa'a Daawiti garuu kabalaa dhaya'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saa'ol eboo qabatee mana ifii adoo te'eeruu, Mootii Waan Maraa biraa ayyaanni hamaan isa irratti bu'e. Daawitille kiraara guddicha taphatiisatti jiraayyu.