1 Samuel 2:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Hanani Waaqa kad'ate waan jette: AABBO Waaqi yayu gammachuuni garaa kiyya guute; maro inni waan kana naa tolchefi amma garaani yayu na jabaate! Anini amma nyaapa kiyya kobla; anini akami gammachu qaba maro Waaqi na qarqaarefi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haannaan, «Garaan kiyya Rabbitti gammade, ulfinnaan waan ol na qabeef waan inni na baraareef, ani diintota kiyyatti hin kolfa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haannaan daadimattee, «Gadhaan kiyya Mootii Waan Maraatitti hin gammada; jabeenni kiyya Mootii Waan Maraatiin ol ol jedheera. Inni waan na qarqaareef ani diinota kiyya irratti hin kolla.