1 Samuel 2:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapa AABBO Waaqa imballeesani; inni gubba iti mandia, AABBO Waaqi lafa ch'ufa qore hayyu ufi jabeese hayyu inni fohate dabsachiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Rabbiin morman hin bututan; samii irraa isaanitti gigissa; adunyaa maraa irratti hin murteessa; mooti'iillee hunna kenna Masihichallee ulfinnaan kabajja» jettee Rabbiin kadhatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Mootii Waan Maraa mormu hin caccaban; inni isaan loliisaaf ol gubbaa irraa hin balaqqisa. Mootiin Waan Maraa biyya lafaa mara irratti muraa hin kenna; inni nama ifii mootii godheef jabeenna hin kenna; nama ifii muudelle'eef ulfinna hin kenna» jette.