1 Samuel 2:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Elkanani kae Ramati gale, ammo gurbaani Samueli jed'ani, Shiloti hafe qaallu Eli jaala AABBO Waaqaa hojate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Hilqaanaan gara mana ufii Raama'atti deebi'ee gale; daa'imni isaa Eelii gadicha afo'otti Rabbii hojjata'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Elqaanaan gara mana ifii Raama'atti dhaggamuu deeme; mucaan ammoo Elii hayyicha duratti Mootii Waan maraa tajaajile.