1 Samuel 2:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yokhaani waan seera ka qaaloleeni nama iraa feetu inguunne. Ammo fulla sila waan suni guutani hojja nami toko sorio Waaqaa baasu, hojattuuni qaallu suni ule hohookiti mata sadi fuute d'ufteeni. Ato fooni suni d'aabanuu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri worra gadoota ta'anii banii biratti akkana ture; hennaa namni maruu ciincaa dhiyeessee foon affeelan, gadicha hojjatu qadhabaa sibiilaa ka fooniin qaban ka quba sadihii qabu qabatee dhufee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa nami tokko ciincaa dhikeessu aadaa hayyooti kolbaa woliin qaddutti jira; foon ciinca'aaf dhikaate yennaa iffeelamu tajaajilaan hayyichaa filaa foonii ka quba sad qabu qabatee dhufa;