1 Samuel 2:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni ule suni okote keesa kaye waan uleeni suni woraanteefu fud'ate qaallichati keenna. Naama Israeli ka Shilo d'ufe sorio baasu ch'ufa akasuma tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
qadhabaa san keree sibiilaa, xuwwe'ee fi keree keessa kaaya; yookaan waan qadhabaan sun qabee baase maraa gadichatu fudhata; hennaa worri Israa'elii ciincaa ufii qabatanii dhufanillee isaan maraa irrattuu akkasuma godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni filaa foonii san okkotee foon itti iffeelamu san keessa keyee waan filaan sun baase mara hayyichi ifiif fudhata; isaan Israa'eloota gara Shiilo'oo dhufane mara irratti tanuma godhan.