1 Samuel 2:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo namichi sunini, Hiyo! Laki aada gula deemne gabbinna qara gubna, eegi suni waan feetu fud'ata jed'e, hojattuuni qaallu waan jettuuni, Hiyo! Ammuma tana naa kenni, yokhaani anini irreeni fud'ad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi ammo «Cooma haa ciinceessanii achiin maayessa waan barbaadde fudhatta» yoo jedhuun, ka gadichaa hojjatu sun ammo hin ta'uu ammuma natti kenni; yoo didde hunnaan fudha!» jedhaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami sun isaan, «Qara isaan moora gubanuu ti; achiin duuba haga barbaadde fudhadhu» yoo isaan jedhe, tajaajilaan hayyichaa, «Waawwo'o, ammuma kenni! Yoo didde hunnaan fuudha» jedhaayyu.