1 Samuel 2:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni ch'ufa gurbaani Samueli jed'ani woya qomati keeyate AABBO Waaqa hojate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel daa'imumma'atti Efuudii uffatee Rabbii hojjata'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el adoo daa'imaatuu woyaa hayyumma'aa ta qomaa ta quncee talba'aa irraa hujante uffatee, Mootii Waan maraa tajaajile.