1 Samuel 2:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna ch'ufa haati isaa ubaara diqa toko hod'itee hojja d'iirsa woliini sorio ganna baasu d'at'u geesitifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati isaa hennaa ciincaa Rabbii ciinceessu'uuf wogga wogga'aan abbaa worraa ufii woliin baatu, uffata laafaa mishaa talbaa irraa hojjatame isaa fiddi turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati isaa abbaa manaa ifii woliin wogguma wogga'aan ciincaa dhikeessiisaaf yennaa dhaxxu mara qoloo diqqoo takka hujjee wogguma wogga'aan isaaf geessitiiyyu.