1 Samuel 2:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Elini Elkanafi niiti isaa eebisefi waan Elkanani jed'u, AABBO Waaqi ijoolle d'ibi niiti tana ira sii kennina fulla gurba atini isaa kennite kana. Eegi suni kaani galani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliin Hilqaana'aa fi haadha manaa isaatiin, «Bikka isiin kennaa addaa kana Rabbii kennite dubartii tana irraa Rabbi fiixaa sii haa kennu!» jedhee isaan eebbise; Achiin maayessa isaanillee gara mana ufii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Eliin, «Addee mucaa isiin daadimattee Mootii Waan Maraa irraa dhaggattee isaaf kennite sanii, Mootiin Waan Maraa dubartii tana irraa sanyii dhibii si'iif kennuu ti» jedhee Elqaana'aaf haadha manaa isaa eebbise. Achiin duuba isaan gara mana ifii deebi'anee deemane.