1 Samuel 2:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Elini, ka jaare hobae, waan heddu ilmaani isaa worra Israeli tolchitefi ammalle aka isiini nad'eeni balbala Waaro Woyyuma hojatu woliini raftele d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliin haga jaare, waan hamaa ilmaan isaa Israa'eliin irratti gootuu fi dubartoota daasee wol gayi'ii keessatti tajaajilan woliin akka seebaran dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliin guddoo dulloome; ilmaan isaa Israa'eloota mara keessatti waan godhiisatti jiranuu fi dubartoota seensuma Dunkaanii Woldeenna'aa dura tajaajilanu woliin attam akka isaan sagaagalane dhage'e.