1 Samuel 2:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan jed'eeni, Isani maanifi waan akana kana tolchitani? Nami ch'ufti hameenna isani tolchitani kana nati hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee «Waan hamaa isin hojjattan kana banii kana maraa irraa waan dhagayeeruuf maaf waan akkanaa kana hojjattan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Ani hammeenna hujii teessanii kolbaa mara irraa waan dhage'uuf, isin maaf tana hujjan?