1 Samuel 2:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani tiyya, waan hamtu akana kana lakisa? Wonti akana kunini waan ch'eerati, ka nami AABBO Waaqa waan keesani dubbatu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee tiyya! banii Rabbii keessatti waan cubbuu hojjattaniif, oduun waan keessaniif na bira gaye misha'aa miti deebitanii waan kana hin hojjatinaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waawwo'o, ilmaan tiyya! Oduun kolbaa Mootii Waan Maraa keessa facaatuun ani dhage'u tun dansa'aa moti.