1 Samuel 2:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami toko nama d'ibiti ch'ubbame Waaqati kalchafi; ammo eenuti nama AABBO Waaqati ch'ubbame kalcha. Ammo worri abba ufi ch'aqasu dide; wonti akanatiifi AABBO Waaqi aka ilmaani suni fit'u ya kutate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni yoo nama yakke, murtee Rabbitu kenna; namni yoo Rabbiin yakke garuu eentu jidduu seenee araarsa? isaan garuu waan gorsa abbaa ufii hin dhageenneef Rabbi isaan ajjeessuu fedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko yoo nama yakke Mootiin Waan Maraa wodhakkaa galee muraa hin kenna; nami tokko yoo Mootii Waan Maraa yakke ammoo eentu wodhakkaa galee muraa kenna ree?» jedheen. Te'uu malee Mootiin Waan Maraa akka isaan du'anu waan barbaadeef, isaan gorsa abbaa ifii hin dhageenne.