1 Samuel 2:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagi toko Eliti d'ufe waan jed'eeni, AABBO Waaqi waan siini jed'u: Gaafa ababooni kanke Harunifi worri isaa lafa Misiri keesati tisse Farao tahani anini worrati imulane?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbii gara Eeli'ii dhufee «Rabbi akkana siin jedha ‹Hennaa ati biyya Misirii mana Fari'ooniititti garbicha taatee jirtu ani mana abbeetiititti mudhadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagaan tokko gara Eli'ii dhufee, «Mootiin Waan Maraa, ‹Abbootiin teeti ta durii biyya Gibxi'ii keessatti Fara'ooniif garboota yennaa te'ane, ani isaanitti hin mudhannee ree?