1 Samuel 2:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kiyyiba ufi tolchitani lalaba yaatani kana lakisa, dubbi ufi saadu yalabaha. Wonti akanatiifi AABBOONI Waaqa inni wo beekha, waan nami tolchu ch'ufa inqora.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hin booninaa'a; uf jaja'aallee hin qaaqinaa'a; Rabbi waan beekaa ta'eef, Rabbi waan namni hojjatu maraa waan beekuuf madaalee murteessaa; dubbiin uf jaju'uu afaan keessanii hin bayin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqa beekaa nama mara madaalu waan te'eef hin koorina'a! Ifi jajiisaan hin dubbatina'a!