1 Samuel 2:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama d'uga ka waan anini jed'u ch'ufa guutu qaallu fohad'e, ilmaanile ta hojja ch'ufa hayyu anini fohad'e durati na hojatu kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gadicha amanamaa akka yaada kiyyaa naa hojjatu fooyadha; ani fiixaa jabaatee dhaabatu kennaaf; inni mootii ani muude afo'otti hojjata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani hayyicha addatamaa ka akka gadhaa kiyyaatii fi akka yaada kiyyaa na tajaajilu hin kaafadha; ani mana isaa jabeessee hin dhaaba; innille haga bara baraa nama ani muudadhe hin tajaajila.