1 Samuel 2:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami worra keesani ka hafu qaallu suni d'aqe beesefi sagale kad'ate waan jed'uuni, Huji qaallu ta tateefu naa kenni, aka anini waan nyaad'e d'uga argad'e garaachaa bulu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni fiixaa kee keessaa lubbu'uun jiraatu maruu gara gadicha sanii dhaqa'aa isaa sagada'aa isa irraa yabo'oo birri'ii fi nyaata naa kenni»› jedha'aa kadhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii teeti keessaa nami lubbu'uun hafe marti gara hayyicha sanii dhaqee, beesee diqqo'oon yookiin daabboo xaltaa tokko dhaggatiisaaf isa duratti sagadaa: Maganne'e, sagaluma guyyaa guyya'aan afaaniin qabu callaa akka dhaggadhu hujii hayyumma'aa ta feetelle teetu naaf kenni jedhaa isa hin kadhata› jedha» jedhe.