1 Samuel 2:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama isaa qulqullo qorqorate ammo nama ch'ubbu qabu dukana keesa balleesa; nami irre ufitini woma indabsatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi miila woyyootaa hin eega; cubbamtoonni ammo cadhisanii dukkana keessa jiraatan; namni hunna ufiitiin waan hin jabaanneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami jabeenna ifiitiin waan hin injifanneef, Mootiin Waan Maraa ideensa worra isaaf addatamee hin eega; hamaaleyyiin ammoo dukkana keessatti hin badan.