1 Samuel 20:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini dira Nayothi ka arda Rama keesa jiru kaye, baqate Yonathanini bahe, waan jed'eeni, Anini maani yake? Wollaali kiyya maani? Wonti hamtuni anini abba kanke tolche, ka inni na ijeesu fed'ufi, maani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Daawiti Naayootii Raamaa keessa jirtuu baqatee deemee Yoonaataa bira dhaqee «Ani maal godheen? balleessaan kiyya maali'i? Abbaa kee afo'otti cubbuu maal hojjadhe ka na ajjeesuu barbaadu?» jedhee gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti Naayotii biyya Raama'aa keessaatii baqatee gara Yonaataanii dhaqee, «Ani maan si godhe? Yakkaan tiyya maan? Ani maan isa yakkinaan abbaan keeti na ijjeesiisaaf barbaada?» jedhee gaafate.