1 Samuel 20:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yonathanini waan jed'eeni, Kooti, gara oobru nu yaasi. Jennaani worri woliini yae,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaataan Daawitiin «Koottu! gara raasa'aa baanaa!» jedhe; isaan lamaanuu gara raasa'aa bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yonaataanille Daawitiin, «Koy, gara diidaa gad baanaa» jedhee, isaan lamaanuu gara diidaa gad bayane.