1 Samuel 20:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yonathanini waan Daudini jed'e, AABBO Waaqi Israeli d'uga nu tahinna! Borifi iftaani hojja tana anini abba kiyya dubbi taani iti hima. Yo anini aka garaani isaa siti dansa arge, qonqo si erga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaataan Daawitiin «Boru hennaa kana yookaan iftaan hennaa akkanaa yaada abbaa kiyyaa gaafadhee ka'ee yoo inni yaada mishaa sii qabaate nama ergee sitti himaa Rabbi Waandhi Israa'elii naa raga'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yonaataan Daawitiin, «Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii dhugaa bayaa te'uu ti; boru haga yennaa tanaa abbaa kiyya qorqoree ittaan sitti ergee, yoo inni yaada dansaa si'iif qabaate sitti hin beessisa.