1 Samuel 20:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo ammo garaani isaa siti hamaa arge, AABBO Waaqi na ijeesinna yo anini si d'osse lubbu tante imbaasini. AABBO Waaqi si woliini jiraatinna, akuma inni abba kiyya woliini jiraate!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo si miidhuu barbaade garuu sitti himee nagayaan akka ati deemtu yoo hin goone Rabbi miidhaa akkasii anatti haa fidu horoma ka san caalu natti haa dabalu; Rabbi akkuma abbaa kiyya woliin ta'e si woliinillee haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu abbaan kiyya hantuu si irratti yaadateeruun, ani tana sitti himee akka ati nageyaan deentu yoo hin godhin Mootiin Waan Maraa na ijjeesuu ti! Mootiin Waan Maraa akkuma abbaa kiyya woliin jiraate si wolille'een jiraatuu ti.