1 Samuel 20:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga anini jiru kakhu atini kakhate jabeesi naa nahi; ammo yo anini due;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati garuu haga ani lubbu'uun jiru mishummaa Rabbi natti mudhise uduu hin ta'in haga Rabbi diintota tee tokko tokkoon lafa irraa balleessutti ati bara baraan mishummaa kee maatii kiyya irraa hin hambisin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atille haga ani lubbu'uun jiru akka ani hin duuneef jaalala bara baraa ka Mootii Waan Maraa naaf mudhisi.