1 Samuel 20:15 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
naasu na agarsiifte worra kiyyale garsiisi. Ammalle eegi AABBO Waaqi nyaapa keenna ch'ufa balleese,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa diinota Daawitii mara lafa irraa yennaa balleesselle jaalala bara baraa ka maatii tiyyaaf qaddu hin lakkisin» jedhe.