1 Samuel 20:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kakhuuni nu wolti kakhanne ha akuma ufi jiraatu. Hojja kakhuuni sunini ch'abde AABBO Waaqi gaargalani siti d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waadaan kun akkuma jirutti haa jiraatuu; ka waadaa kana diige garuu Rabbi itti haa murteessu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yonaataan, «Diinota Daawitii irratti Mootiin Waan Maraa muraa kennuu ti» jedhee sanyii Daawitii woliin gondooroo godhate.