1 Samuel 20:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini gurba toko erge, beeni, t'iya suni gaguuri jed'aani, Hojja anini ilaali, t'iyiti moga tante tana jirti, guuri, isaani jed'e, lafti nagaya, gabahi jechu. Anini maqa AABBO Waaqa jirutini kakhad'a, wonti atini sodaatu injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mucaa tokkoon ‹ka'ii eboo soqi jedhee eboo sii as jiru fuudhii koottu yoo jedheen dhugaa Rabbii nagayaan koottu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani, ‹Dhaqiitii daaya san fidi!› jedhee mucaa dargaggeessa tokko hin erga; ani mucaa dargageessa saniin, ‹Kunoo, daayi si'iin garana jira, fuudhii fidi› yoo jedhe, dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee, nageya malee rakkoon takkaalle waan hin jirreef koy.