1 Samuel 20:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo anini t'iyiti moga tante suni jirti jed'eeni, Kai deemi, AABBO Waaqi ya si deemsise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu mucaa saniin, ‹eboo sii achi jirtu fuudhi yoo jedheen Rabbi sii geegessuu isaatii achumaan deemi› jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu ani mucaa dargageessa saniin, ‹Kunoo arfiin daayaa si irraa fagoo jirti› yoo jedhe, akka ati deentu fedhii Mootii Waan Maraa waan te'eef, ati deemi.