1 Samuel 20:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle kakhu nu wolti kakhanne taani qabad'i, AABBO Waaqi d'uga teenna, naafi si jiddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan anii fi ati woliin qaandhe kana Rabbi anaa fi si jiddu'utti ragaa baya.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan anii fi ati woliin dubbanneefille Mootiin Waan Maraa wodhakkaa tiyyaa fi teetitti haga bara baraa dhugaa bayaa keenna» jedhe.