1 Samuel 20:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Daudini oobru keesati d'okhate, jilti baati geennaani hayyichi Sauloni mana sagale iti nyaatani d'ufe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Daawiti bosona keessatti dhokatee ture; guyyaa ayyaana baatii haarawaa garuu Saa'ol nyaatu'uuf taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawiti diida keessa dhokate; jilti baatii ji'aa yennaa geette mootichi sagalee qophootte nyaatiisaaf tee'e.