1 Samuel 20:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
fulluma isaa ta duri taani manati aane tae. Abinerini d'aatu isaa tae Yonathanileeni isa dura tae. Fullaani sila Daudini tau duwa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin akkuma baratetti teessoo isaa ka ulfinnaa ka dhaaba manaa bira jiru irra taa'ee ture; hennaa san Yoonaataan mooticha afoo dhaabateera, Abeener ammo mootichaa bira taa'eera; huleen Daawiti taa'u garuu duwwaa ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi akkuma qaraa cinaa dhaaba manaa tee'e; Yonaataan fuullee isaa, Abneerille cinaa Saa'ol tee'ane; barcumaan Daawitii ammoo duwwaa hafe.