1 Samuel 20:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo Sauloni guyya suni woma injenne; Wonti akanatiifi inni waan Daudini wo tahe akasiini qulqullooma d'abe jila hanqate sehe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Saa'ol guyyaa kana hin dubbanne garaa ufii keessatti «Daawiti akka seeraatitti waan hin qulqulloofneef hafe; inni dhugamaan hin qulqulloofne» jedhee waan yaadeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol, «Daawiti woy te'eera. Inni qulqullu'uu moti; dhugumaan inni qulqullu'uu moti» jedhee waan herregeeruuf, guyyaa san waan tokkolle hin dubbanne.