1 Samuel 20:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyyaatele, guyya addeesa lama, fullaani Daudini tau akuma kaani duwa. Duuba Sauloni Yonathanini, Daudini arafi kalele maanifi sagale jila nyaachu ind'ufini? jed'e gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaana baatii guyyaa lammeesso'oollee huleen Daawitii waan duwwaa tureef, «Saa'ol ilmi Isseyii Daawiti kaleessaa fi adhallee maali'iif nyaata kana irratti hin argamne?» jedhee ilma ufii Yoonaataa gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jila baatii ji'aatiin duuba, guyyaa itti aanu, guyyaa lammeesso'oolle, barcumaan Daawitii duwwaa waan te'eef, Saa'ol ilma ifii Yonaataaniin, «Ilmi Iseyii kaleelle, adhalle maaf nyaata irratti hin dhaggamin?» jedhe.