1 Samuel 20:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini ingartu, aka atini hayyu lafa tanati intaane, haga Daudini jiru? Amma beeni deemi, isa gafuud'i inni duu male!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Isseyii lubbu'uun uduu jiru atii fi mootummaan kee jabaattanii hin dhaabattan; isa ajjeesuu woyyaa amma nama itti ergii garana fijjisiis!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Iseyii lafa irra haga lubbu'uun jiru, atii fi mootummaan teetille jabaattanee hin dhaabbatanu. Inni dhugumaan du'iisa waan qabuuf, nama itti ergiitii gara kiyya akka fidanu godhi!» jedhe.