1 Samuel 20:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yonathanini aka hama dallane, sagale biraa kae guyya addeesa lama suni agabu ole, inni waan Sauloni akana Daudi ch'eerseefi guddo iraa laalefate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaataan waan Daawitiitiif waan gaddeef aaree hulee nyaataatii ka'e; guyyaa lammeesso'oo womaa hin nyaanne abbaan isaa Saa'ol Daawitiin ajjeesu'uuf waan murteeffateef guddisee gadde; guyyaa ayyaana baatii haarawaa nyaata hin nyaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yonaataan aarii guddo'oon nyaata irraa ka'e. Abbaan isaa Daawiti waan salphiseef, inni Daawitiif gaddee, sagalee jila baatii ji'aa ta guyyaa lammeesso'oo san hin nyaanne.