1 Samuel 20:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Utali, t'iya anini darbu gadi na fuud'i. Gurbaani utaale, Yonathanini t'iya darbate isa bira dabarse buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mucaa saniin «Daddafii deemi; woraana ani darbu naa soqi jedhe; mucaanillee hin fiige Yoonaataan woraana isa irra dabarsee darbe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
mucaa dargaggeessa saniin, «Me, fiigiitii daaya ani darbadhu kana barbaadi» jedhe; akkuma mucaan fiigeen, daaya tokkocha isa irra dabarsee darbate.