1 Samuel 20:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka dubbi suni tokole inhubatini; dubbi suni Yonathanifi Daudi ch'allati beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhossaa kana ka beeku Yoonaata'aa fi Daawitiin callaa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yonaataanii fi Daawiti malee, marroo waan kanaa mucaan sun waan tokkolle hin beeku.