1 Samuel 20:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi gurbaani deeme, Daudini d'akhaye duubati d'okhate taani duubaa gabahe jilbifafate maro sadi mataani lafati gajed'e. Isaafi Yonathanini wold'ungatani bobohani, ammo Daudini isa ira bohe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mucaan haga lixeen maayessa Daawiti dhagaa gara bita'aa hulee itti dhokatee ka'ee kallacha ufiitiin haga lafa gawutti gad jedhee hennaa sadihii sagade; inninii fi Yoonaataan hennaa wol dhungatanii wolitti booyan Daawiti Yoonaataa caalaa booye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mucaan deemeen duuba, Daawiti dhakaa biratti dhokateeru san gara kibbaatii ol ka'ee, yennaa sad fuulaan lafatti gad gombifamee sagade; achiin duuba wol sunqatanee bowane; Daawiti garuu Yonaataan caalaa bowe.