1 Samuel 20:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo abbe na d'abe aka anini worra keenna ka Bethlehemu d'aqe sorio woga d'aqabad'u, jennaani atini na gad'ifte, iti himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maal laataa yoo abbaan kee na soqe maatiin Daawitii maruu ciincaa wogga'aa waan dhiyeessaniif Daawiti gara qachaa Beeteliheemii dhaqu'uuf na gaafateera jedhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan keeti yoo na barbaade, ‹Fira isaa maraaf ciincaan wogga'aa waan dhikaatuuf, Daawiti gara qachaa ifii Betlihem dhaqiisaaf guddoo na gaafateera› jedhii itti himi.